Xurree ittiin seenan

Lammiileen Itiyoophiyaa Mayinmaar Keessatti Waaltaalee Hojii Gowwoomsaa Keessaa Gad-lakkisaman Ammallee  Nageenya Isaaniif Yaaddoo Qaban
Breaking News

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:16 0:00

Lammiileen biyya alaa kumaatamaan lakkaa’aman kanneen wiirtuuwwan gowwoomsaa onlaayinii Maaynamaar keessatti hojjetaa turanii dhiyeenya kana immoo daangaa Maanamaar irratti danqamanii jiru.Kanneen keessaa Jaallanneen 3 haasoofsiiftee jirti.Sadanuu sodaa nageenyaaf jecha maqaan isaanii akka hin ibsamnee gaafatanii jiru. Jaallannee Gammadaa rakkoo kana ilaalchisuun ibsa Mootummaan Itiyoophiyaa kenne, akkasumas, waan humni waraanaa Maayinmaar jedhu gabaasaa kana keessaa qabdi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG