Xurree ittiin seenan

Jiraattonni Fantaallee Sababaa Kirkira Lafaatiin Qe’ee Isaaniirraa Buqqa’an Hongeen Itti Dabalamee Akka Daran Miidhamaa Jiran Himatan  
Breaking News

please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 5:47 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

Sababa Kirkira Lafaa naannoo Gaara Fantaalleeti mudataa jiruun qe’ee isaaniirraa kanneen buqqa’an horsiise bultoonni Aanaa Fantaallee yeroo ammaa hoongee mudataa jira jedhan itti dabalamee rakkoon isaanii akka daran hammaatee, horiin isaanii akka jalaa du’aa jiran Sagalee Ameerikaatti himan. Obbo Bulaa Fantaallee, jiraataan Fantaallee, kan sababa kirkira lafaa buqqa’uu isaanii dubbatan, “namootni qe’eerraa buqqa’an hanqina nyaataaf, horiiwwanis marga dhabuun miidhamaa jiru” jechuun Sagalee Ameerikaatti himan. Obbo Eeliyaas Qaasim Hoogganaan Buusaa Gonofaa Shawaa Bahaa, mootummaan dhaabbilee gargaarsa namoomaa wajjiin walgargaaruun namoota kanaaf tumsa gochaa akka jiru dubbata.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:58 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG