Lammiwwan Itiyoophiyaa carraa hojii argannee jedhanii gara Maaynamaartti imalanii booda garuu akka yaadne otoo hin taanee hojii Iskaamiingii ykn gowwoomsaa onlaayinii irratti gaggeeffamuuf saaxilamne jedhan. Akkamitti gocha kana akka raawwatan akkasumas ogeessa gocha kan ittisuuf waan ta’uu qabu ibsan Jaallanneen dubbistee jirti.
Yakka Gowwoomsaa Oonlaayinii Irraa Attamitti Ittisuun Danda’ama?
- Jaallannee Gammadaa
Forum