Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atleetota Oromoo Olompikii Riyoo irratti


Almaaz Ayyaana erga mootee booda suuraa oggaa kaatu, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil
Almaaz Ayyaana erga mootee booda suuraa oggaa kaatu, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil

Alaaz Ayyaana fiigicha meetirii 10000 rikoordii cabsuudhaan oggaa mo'attu, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil
Alaaz Ayyaana fiigicha meetirii 10000 rikoordii cabsuudhaan oggaa mo'attu, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil

Almaaz Ayyaanaa Olompikii Riyoo Biraaziil irratti figichaa metirii 10,000tin rikordiii addunyaa cabsuudhaan moote.

Xurunaash Dibaabaa Almaaz Ayyaanatin baga gammadde oggaa jetu. Almaaz fiigicha meetirii 10000 riikordii cabsuudhan moote, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil
Xurunaash Dibaabaa Almaaz Ayyaanatin baga gammadde oggaa jetu. Almaaz fiigicha meetirii 10000 riikordii cabsuudhan moote, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil

Xurunash Dibaabaa sadaffaa oggaa baatu, Galatee Burqaa 8ffaa taate

Iteenesh Diroo gosa ispoortii Gufachoo metirii 3000tin dorgomte, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil
Iteenesh Diroo gosa ispoortii Gufachoo metirii 3000tin dorgomte, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil

Atleet Eteenenesh Diroo Olompikii Riiyoo dirgommii Gufachiisa ‘Steeplechase’ jedhamuun dorgomaa odoo jirtuu atleetii biraatin walitti bu’anii kopheen tokko irraa bahuudhaa jennaan sirreefachuu yaalte. Ta’uufi dinnaan kophees, kaalsiis ofirraa baastee; kophee tokko duwwaadhan dorgomicha xumurte. Sa’aatiin itti fixxe dorgommii itti aanuutti ishii dabarsuu baatus, abootin seeraa tabichaa garuu akka dorgommii itti aanutti hirmaattu murteessaniru

Iteenesh Diroo gosa ispoortii gufachoo meetirii 3000tin dorgomte, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil
Iteenesh Diroo gosa ispoortii gufachoo meetirii 3000tin dorgomte, Olompikii Riyoo 2016, Biraaziil

XS
SM
MD
LG