Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaaneffannaan Baatii Dhalataa Sheek Huseen Kaleessa Godinaa Baalee Bahaatti Eegalame  


FAAYILII - Suuraa viidiyoo irraa kaafame sirna ayyaaneffannaa Dirree Sheek Huseen
FAAYILII - Suuraa viidiyoo irraa kaafame sirna ayyaaneffannaa Dirree Sheek Huseen

Dirreen Sheek Huseen bakkeewwan hawwata Tuurizimii Oromiyaan qabdu keessaa isa tokko.

Godina Baalee Bahaatti ka argamu bakki seena-qabeessi kun umrii wagga dhibba sagalii ol ka qabu yoo tahu, masjiidota Sheek Huseeniin ijaaraman dabalatee hambaalee seena-qabaeeyyii hedduu of keessaa qaba.

Waggaatti yeroo lama kabaja ayyaanaa kan qabu, Dirreen Sheek Huseen, baatii dhalata sheekichaa kabajuuf ayyaanni Kibxata kaleessaa eegalame kun guyyoota 15’f cidhatti tura, jedhan Sheek Kadir Haj Ahmed, abbaan Karraa Dirree Sheek Huseen.

Bulchiinsi Aanaa Gololchaa bakkeen kun akka daawwattootaaf mijataa tahuuf bu’uraalee misoomaa akka daandii faa hojjetamaa ka jiran tahuu dubbatan. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ayyaaneffannaan Baatii Dhalataa Sheek Huseen Har’a Godinaa Baalee Bahaatti Eegalame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:15 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG