FINFINNEE —
Ayyaanni Wagga 29ffaa Paartii Dimookiraatawa Oromoo yokaan ODP hardha Finfinee galma Muummee Ministeraatti kabajamee jira.
“Hoggansi ODP tokkuma uummata Oromoo fi gaaffii ummataa deebisuuf hojjeta,” jedhu - Dura taa'aan ODP Dr Abiyi Ahmad. Muktar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase.
Guutummaa isaa caqasaa.