WAASHINGITAN, DIISII —
Dura taa'an paartii mormituu Kongresii Federalawaa Oromoo, Dr.Mararaa Guddinaa erga ji’a sadi dura hidhamanii harra yeroo lamataatii mana murtiitti dhihaataniiru. Dhaddacha 19ffaa mana murtii olaanaa Lidataa harra ta'e irratti abukaatooleen Dr. Mararaa akka mirgi wabii maamila isaanitii akka eggamu gaafatan.
Dhimma kana laaludhaa bellamni Bitootessa 9, 2017 qabameera.
Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa