Ministarri Haajaa Alaa Yuunaytid Isteetis daawwannaa Afriikaa ka biyyoota sadii jaqabaniin Keeniyaa galanii jiran.
Galgala kaleessaa kan Keeniyaa seenan biliinken, Prezdent Keeniyaattaa fi barreessituu ministeera haaja alaa Keeniyaa waliin mariyatanii jiru. Ibsa saba-himaaleef kennan keessattis dhimma lola Itiyoophiyaa keessatti ta’aa jiru irratti yaada ballaa kennanii jiran.
Guutummaa isaa jaqasaa.