WAASHINGITAN, DIISII —
Yeroo Yunaayitid Isteets hojjetootaa Embaasii ishee magaalaa biyyaa wal waraansaan jeeqamte kan Afgaanistaan – Kaabuul keessaa yeroo baasaa jirtu kanatti rakkoon namoomaa akka dhalachuu maluu fi biyyatiin shororkeesitootaaf jaannata ta’uu maltu, eeruudhaan Yunaayitid Isteetis irratti ka qeeqi dhihaataa jiru yoo tahu bulchiinsii Joo Bayidan garuu tarkaanfiin fudhate sirrii ta’uu akka tahetti falmaa jira.
Gabaasaa guuruu caqasaa.