FINFINNEE —
Wajjirri Bulchiinsa Magaalaa Finffinnee dhimmotaa lafaa fi lafaan walqabatan sadih irratti tajaajiloota kennamaa ture yaroof dhaabuu isaa beeksise.
Muudamaa fi Caasaa haaraa bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti dhiheenya dirirfamaa jiruun walqabatee qabiyye lafaa jiru qorachuun waan barbaachisef jecha uggura yaroof tajaajila kennu dhaabu isaa beeksisee.
Gabaasa Guutuu kan Muktaar Jamaal nuu ergee caqasaa.