Xurree ittiin seenan

Breaking News

COVID-19 Afriikaa Keessatti Heddummaachuun Sababa Namoonni Walitti Tuucha’aniif Jedha WHOn 


FILE - A health worker talks to a vaccine trials' volunteer in Johannesburg, South Africa, August 27, 2020. (REUTERS/Siphiwe Sibeko)
FILE - A health worker talks to a vaccine trials' volunteer in Johannesburg, South Africa, August 27, 2020. (REUTERS/Siphiwe Sibeko)

Ardiin Afriikaa sababaa maatiin walitti qabamu, bakka hojiitti namoonni waan wal ga’an akkasumas wal ga’iin filannoo waliin geggeessamu waan jiruuf jecha namoonni COVI-19n qabman miliyoona lama ol ta’uu jamrayaan fayyaa addunyaa beeksisee jira.

Waaltaan ittiisaa fi to’annoo dhukkuboota Afriikaa ardiin biyyoota 52 qabdu kun lakkoobsa kana kan galmeessite torban kana ture. Hanga kamisa har’aatti Afriikaa keessaa namoonni 48,408 du’aniiru.

WHOtti direktera naannoo kan ta’an Matshiidsoo Moeetii akka jedhanitti uummati xiqqoo of dagachuun uggura kaa’ame kabajuu dhabe jedhan.

Moetiin akka jedhanitti WHOn duula FB haaraa Maaskii kaayyadhu Lafa Hink kaa’in " jedhu labsee jira. Kunis namoonni maaskii sirriitti akka itti gargaaramu waamicha gochuuf jecha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG