Mootummaan Ugaandaa miseensa paarlaamaa biyyattii dheengadda qabaman Roobert Kiyaagulaanyii akka gadhiisuuf harra Keeniyaa Naayiroobiitti hiriirri mormii gaggeeffameera. Hiriira mormii jaarmayaaleen mirgoota namoomaaf falman qopheessan kana irratti lammileen Keeniyaa akkasumas ka Ugaandaa irratti argamaniiru