FINFINNEE —
Dhaabbatni Raadiyoo fi Televiiziyoona Itiyoophiyaa- kan waggoota kudhanii ol addaan kutee ture – tamsaasa isaa ka televiiziyoonaa Afaan Oromoo akka bar-lakkoobsa Itiyoophiyaatti waggaa haaraatti eegaluuf har’a qophii baninsaa geggeessee jira.
Muktaar Jamaal tu Finfinnnee irraa gabaase