Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhalattoonni Tigiraay Hedduminaan Kan Hidhamaa Jiran Tahuun  Gabaasame  


Faayilii - Magaala FInfinnee
Faayilii - Magaala FInfinnee

Sababaa walitti-bu’insa nannoo Tigraay keessatti baatilee saddeettan darban geggeessameen wal-qabatee, angawoonni mootummaa gosa tokko irratti fuuleffachuu isaaniin, lammiiwwan Tigraay kumaan laka’aman hidhamuu fi daldalli isaanii duraa cufamuu kanneen ijaan argan ibsaniiru.

Yeroo baatii dabre keessa haalli waraansa Tigiraay keessaa jijjiirame jechuun yeroo humni waraanaa mootummaa Itiyoophiyaa magaalaa galma-mootummaa naannoo Tigiraay, Maqalee gad-lakkisee bahee fi humni naannoo Tigiraay riphxee-loltummaan lolaa ture magaalattii seenee dhuunfatee fi mootummaan Itiyoophiyaa immoo lola-dhaabinsa labsee booda, hidhaan kun hammaate, jedhama.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Dhalattoonni Tigiraay Hedduminaan Kan Hidhamaa Jiran Tahuun  Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG