Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Qabiyyee Sammuu Talaalii Vaayrasii Koronaa


Waliigalteen ykn seerii Eegumssaa qabiyyee sammuu 'Intellectual property protection' inni jedhamee beekamu talaallii Koronaa ilaalchisee akka haqamuu yaada dhiyaate Yuniyiteed Isteets dheggeeruu ishee biiyoonne Afrikaa simataniiru.

Ogeessonii fayyaatii fi roogeeyonnii akka jedhanitti , yeroo ammaa haala dhibeen koroona jabaachaa deemuuf hiridhiinni talaallii jiru kanatti muurtiin kun lubbuu hedduu baraaruu danda’a.

Yaadnii seerichaa haquu kan maddee biyyaa Hindiitii fi biyyaa Afrikaa kibbaa irrayi. Biyyoonii kun lamma yeroo ammaa balaa dhibee koronaatiin biyootan hedduu midhaamaa jiraniidha. Ardii Afrikaa keesaa, Afrikaan kibbaa namootaa miliyoona 1.6 vayiresichaan qaban kan galmeesiti yemmuu ta’uu rakkina talaallii cimaa keessa jiraacuun ishee waan beekamuudha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG