WAASHINGITAN, DIISII —
Muummichi-ministaraa Itiyoophhiyaa - Dr. Abiyyi Ahimed, Prezidaantii Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa - Obbo Lammmaa Magarsaa, ministara Dhimma-alaa Itiyoophiyaa - Dr. Warqinaa Gebeyyoo kan of keessaa qabu jilli aangawoota Itiyoophiyaa har’a ganama Waashington DC seenee jira.
Waahelli keenya Jaalannee Gammadaa, simannaa isaanii fi haalawwan itti fufanii geggeessaman hordofuuf Dirree-xayyaaraa Daales irraa eegaltee hordofaa turte, haala ture nuuf ibsitee jirti. Dhalatoota Oromoo simannaaf deemanii turan irraas haga tokkos haasofsiisnee jirra.
Nu caqasaa