WAASHINGITAN, DIISII —
Ibsii aangawoonni bulchiinsa naannoo Tigraay kennan akka jedhutti waraanni isaanii hanga ammaatti sochii of-irraa ittisuu keessa akka ture ibsee ammaan booda garu gara tarkaanfii fudhachuuttu ce'uu isaa ibsee jira.
Kanaafis uummanni guutuummaatti gara duula tarkaanfii fudhachutti akka seenuuf ibsii ba'e gaafatee jira.