Dhaabannii midiyaa hawaasaa Fees buuk maqaa isaa geedarchuuf akka karoorfate hoggantoonnii dhaabichaa ibsaniiru.
Qabeenyaa Fees buukii kan ta’an Instaagraamii fi waats aap walitii fidudhaan maqaan haaran moggaasamu kun Onkololessa 28 /2021 walgahii jaarmityichaa irratti akka ifa ta’u gabaasamus maqaan haaran bahu guyyaa walgaahii waliigalaatiin dura beekamuu akka danda’u gabaasamaa jira.