Duutii hogganaa qabsoo walabbummaa Kuubaa, Fiidal Kaastiroo lammiiwwaan Kuubaa jireenya baqaa irra jiran, han Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiratan gamachiise. Oduu Fiidal boqachuu dhageenyaan kaaraatti bahanii gamachuu isaanii ibsachaa oolan
Lammiiwwaan Kuubaa Yunaaytid Isteets magaala Mayaamii jiraataan du'a Fidaal Kaastirootiin gammachuu itti dhagahame karaatti bahanii ibsachaa turan
- VOA

9
Imbaasii Kuubaa magaala Landan funduratti namoonni kabaja Fiidal Kaastirooti qaban agarsiisuudhaa abaaboo kaahaa jiran

10
Fiidal Kaastiroon ayyaana dhalootaa isaa han oggaa 90ffaa Hagayya 13, 2016 yeroo kabajatan

11

12
Onkoloolessa 12, 2079 Fiidal Kaastiroon Yaa'ii Mootummoota Gamtoomanii irratti argamee haasaha geggeessee ture, suuraan kun gaafas fudhatame