Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ba’ii Filannoo Itiyoophiyaa fi Deemsa Gara Fuul-duraarratti Hayyoonni Maal Jedhu? 


Faayilii - Wiirtuu Filannoo, Ambo, Waxabajjii 21, 2021
Faayilii - Wiirtuu Filannoo, Ambo, Waxabajjii 21, 2021

Ba’ii filannoo biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi dhimmoota sanaan wal-qabatan ilaalchisee hayyoota lama, hayyuu seeraa fi Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaa seeraa, Obbo Cheerinnet Hordofaa fi xiinxalaa siyaasaa fi hayyuu dinagee, Dr. Guutuu Teessoo waliin marii kutaa lamaa Dirree Dimookiraasii irratti geggeessinee jirra.


Deemsa filannoo fi ba’ii isaa, paartiin filannoo gaggeeffameen sagalee caalmaa argate rakkoo biyyattiin amma keessa jirtu furuuf maal akka gochuun akka irraa eegamu, qormaatni fuul-dura isaa jiran maal maal akka tahanii fi dhimmoota biroo irratti fuuleffachuun yaada gam agama isaanii dubbatan, hayyoonni lameen.

Rakkoon gama siyaasaatiin jiru yoo furame rakkoolee biroon furmataa argachuu danda’aullee, jedhan. Qophii kutaa lameenii duraa-duuba dhaggeeffadhaa.

Ba’ii Filannoo Itiyoophiyaa fi Deemsa Gara Fuul-duraarratti Hayyoonni Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:17:39 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG