NAAYROOBII —
Qoqqobbiin tajaajila geejjibaa mootoraa dheereffamuunsaa num iidhaa jira jechuun jirattonni godinaalee Gujii Lameeni ka Booranaa dubbatan.
Jiraattonni qoqqobbiin kun duraan ji’a muraasaaf labsamee amma yoonaa hin kaafamin turuun rakkoo hawaas diinagdee nurraan gahe jedhu; Waajjirri Geejjiba Godina Booranaa dhimma nageenyaaf qoqqobbiin kun ture jedhaa; Galmoo Daawit