WAASHINGITAN, DIISII —
Itiyoophiyaa keessatti waggaan 100faan Tiyaatiraa dhiheenya kan haala adda addaatiin kabajamaa ture.
Yemmuu waa’een tiyaatira biyya Sanaa dubbatamuu qoodini bareesitoota, qopheesitootaa fi taatota oromoo bakka guddaa qaba.
Tiyaatiraa afaan oromootiin bareesuudhaa fi qopheessuu keessatti iddoo guddaa namoottan qaban keessaa Dhaabaa wayyeesaa nama fuula dura dhaabatuudha. Tiyatiraa 5 ol qopheessee biyyaa keessaa fi biyya alaatti agarsiiseera.