WAASHINGITAN, DIISII —
Haala yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti mul’atu ilaalchisuudhaan waajjirri dhimmoota koomiyunikeeshinii mootummaa Federaala Itiyoophiyaa kaleessa ibsa baasee jira.
Gama kaaniinis haala yeroo ammaa Oromiyaa keessa jiru irratti Prezidaantiin mootummaa naannoo sanaa – Obbo Lammaa Magarsaa Televiziyoona OBNf ibsa kennanii jiru.
Gabaasa qindaa’ee caqasaa