AMBOO —
Komishinichi, Manneen Hidhaa Oromiyaa keessa jiran 21 irratti hordoffii taasiseen baase, ka jedhe gabaasaa isaa haarawa baheen haalli qabiinsa mirgoota namummaa namoota hidhamanii jiranii kan isa yaaddessu tahuu hubachiisee jira.
Dhimma kanarratti aangawoota Oromiyaa irraa deebii argachuuf yaaliin goone ammaaf hin milkoofne.