Hayyuu seeraa fi itti-aanaa prezidaantii mana murtii waliigalaa Federaala Itiyoophiyaa kan ta’an Obbo Solomoon Araddaa Waaqtolaa, Mana Murtii Ijibbaataa kan Tokkummaa mootummootaa keessatti abbaa murtii ta’anii akka tajaajilaniif filamanii jiru.
Biyya keessa fi alatti hojii seeraa fi gorsa seeraatti bobba’uun kan hojjataa turan Obbo Solomoon, hojii idil-addunyaa amma itti bobba’an kanatti akkamitti akka filatamanii fi deemsi hojichaa maal akka of keessaa qabu, Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran.
Forum