WAASHINGITAN, DIISII —
Bordiin dhiifamaa kan abbaa alangaa mummichaa Adooleessa 28 bara 2010 murtii dabarseen yaadii kun prezidaant Dr. Mulaatu Tashomaaf eega dhiyaatee mallatteessanii booda Kibxata darbee kaasee hidhamtoonni akka hiikaman ta’a jira jedha.
Kanneen gadiifaman kunis mana hidhaa Dirree Dawaa Qaalitti Baatuu fi Qilinxoo irraa ta’u kan ibsame yoo ta’u kanneen ulaagaa dhiifamaa ba’e kanneen guutan akka ta’an ibsamee jira.
Abukaatoo Wandimmuu Ibsaa Wajjiin gaaffii fi deebii gaggeffame caqasaa.