WAASHINGITAN, DIISII —
Mootummaan Itiyoophiyaa hidhamtoota seeraa dhibba sadi’ii ol tahan har’a dhiifamaan hidhaa irraa gad-lakkisee jira. Dantaa uummataa kabajchiisuuf sirna dimookiraasii biyya keenyatti jalqabame kabajchiisuuf, sirna bulchiinsa gaarii babal’isuu fi hirmaannaa siyaasaa lammiilee cimsuuf, dirree siyaasaa bal’isuuf - jechuudhaan, hojii hidhamtoota dhiifamaan gad-lakkisuu isaa itti fufuu isaa dubbata – mootummichi.
Gabaasa guutuu Caqasaa