FINFINNEE —
Mootumman Naanno Oromiyaa rakkoolee nageenyaa bakka garagaraatti uumamee tureen walqabatee miseensa Koree Hojii Raawwachiftuu ABO Obbo Abdii Raggasaa tohanaa jala oolchuu isaa beeksisee jira.
Addi Bilisumma Oromoo gama isaatiin sababaa Obbo Abdiin ittin hidhamanii fi bakka isaan itti hidhaman hanga ammatti kan hin beekne ta'uu beeksise. Gabaasaa guutuu caqasaa.