WASHINGTON, DC —
Preezdaant Obaamaan masaraa mootummaa Yunaytid Isteets, Waayit Hawusii gadhiisee bahuudha yeroo ka’e kanatti wanni deggartoonni fi qeeqxonni isaa itti walii galan tokkichi; imammata biyoota alaa laalchisee bu’aan inni buuse wal-mammakaa ta’uu dha.
Addunyaa irratti jeequmis hammaachaa dhufuus" bulchiinsi Obaamaa gama hikoo faluutin laafaa ture" jedhamuun akka dadhabiinaatti dhiimmota ka'an keessaa tokko. Karaa biraatiin hogganaan Al - Qaayidaa Osaamaa Biin Laadan hoggansa Obaamaatiin ajjeeffamun waan ittin Obaamaan jejamu keessaatti tuqama.
Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa