Ayyaanni Irreechaa ayyaana Oromoonni biyyaa fi biyyaa bahanii jiraatan hoom gahee kabajna jedhanii eeggatani. Irreechi Birraa han hora Arsadee magaala Bishooftuu barana garuu akka yaaddamee fi barametti hin xumuramne. Lubbuu nama baayyeetu bade. Suuraawwaan kun haala ture amma tokko agarsiisan.
Kuusaa Suuraalee Kan Irreecha Bishooftuu Bara 2016 Haala Gaddisiisaadhan Darbe

1
Hirmaatota Irreechaa Hora Arsadee dhaadannoo dhageechisaa deeman, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016

2
Hirmaatoota Irreechaa Hora Arsadee dhukaasnni dhagahamuu jalqabnaan oggaa dheeffan kufan booloo keessaa oggaa gurraman, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016

3
Irreechaa Bishooftuu irratti mormii ka'e, 2016

4
Sirna awwalcha Tasfuu Taddasaa. Tasfuun namoota ayyaana Irreechaa Hora Arsadee irratti lubbuun isaanii bade keessaa tokko, Onkoloolessa 3, 2016