Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaan namoota 1600 lammummaa kenite


Mootummaan keeniyaa namoottaan biyyaa hin qabnee 1600f lammummaa kenneera.

Namoonii lammuummaa biyyaa keeniyaa argatan lamiiwan hawaasaa Shoonaa, ergaa abbootiin isaanii keeniyaatii godaananii wagga 50n darbeef akka lammummaan kennamuuf kan gaafachaa turaniidhaa.

Gosin Shaanoo wagga 50 duraa affeeraa prezidaantii keeniyaa jalqabaan godhameef akka mishineeriitti Zimbaabuweedhaaf Zaambiyaa irraa akka godaanaan gabasameera.

Lamiwaan gosa Shoonaa warri amma lammummaa keeniyaa Argatan biyya keeniyaa keessatii hawaasaa 45ffaa ta’nii eenyumaa beekamaa ta’e argachuu isaanitti akka gammadan Gabaasin Lenny Ruvanga Naayiroobii irraa VOA dhaaf ergame ibseera.

Akka gabaasin mootummoota gamtoomanii jedhutii yeroo ammaa ardii Afrikaa keessaa lakkoofsii namoottan biyya hin qabnee 715,000 ta’a.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG