FINFINNEE —
Kitaabni "Icciittii Milkaa'inaa Barataa Cimaa" jedhu magaalaa Finfinnee Gidu-gala Aadaa Oromootti dhiheenya ebbiffamee jira.
Mala marattoonni itti barumsaaf kaka’umsa qabaatan, yeroo fi dandeettii isaaniitti dhimma ba’anii fi milkaa’ina irra gahan gorsa kitaabni kun.
Kitaabicha kan barreesse Asiraat Abrahaam yoo ta'u Barsiisa Qulqulluu Ijoo ammoo gara Afaan Oromootti hiikuun maxxansiise.