Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maayinamaar Keessatti Gatiin Nyaataa fi Zayita Boba’aa Gar-malee Dabale: Tokkummaa Mootummootaa


Tokkummaan Mootummootaa, fonqolcha humna waraanaatiin baatii dabre Maayinamaar keessatti geggessameen wal-qabatee jeeqama siyaasaa biyyattii keessatti uumame irraa kan ka’e, gatiin nyaataa fi zayita boba’aa biyyattii keessaa gar-malee ol ka’uu isaa akeekkachiisee jira.

Dameen gargaarsa Nyaataa ka Jaarmayichaa, Sagantaan Nyaata Addunyaa ibsa har’a baaseen akka jedhutti, gatiin Ruuzii Maayinamaar keessaa ka walakkeessa baatii Amajjii hanga baatii Guraandhalaa ture irraa giddu-galeessatti dhibba irraa harka sadi’iin dabale.

Garuu ammoo, kutaa Maayinamaar gama Kaabaatti argamtu – Kaachin keessatti, naannoo magaalaalee tokko tokkotti dhibba irraa harka 20 hanga 35tti dabalee jira. Gatiin zayitii zayitii meexxii immoo eega Jalqaba Guraandhalaa tii dhibba irraa harka digdamaan dabale.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG