Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 4ffaa har’a taa’een, miseensa mana marichaa kan ta’aan fi hoji gaggeessaa olaanaa kutaa bulchinsaa lideeta kan turan obbo Sa’id Alii Kamala irraa mirga himatamuu dhabuu irra mulquu beeksiseera.
Mirgi himatamu dhabuu Miseensa mana maree magaalichaa obbo Sa’id Alii kamaal kan irraa Mulqameef gaaffii ministeer haqaa federaalaa dhiyyeessen ta’uu mana marichaatti walitti qaban koree dhaabbii nagaa,haqaafi bulchiinsa garii obbo Muluuneeh Dassaleenyi miseensota mana marreettif dubbisaan dhiyyeessaniiru. Dhimma kanarratti miseensa mana maree magaalaa Finfinnee kan ta’aan fi Hojii gagggeessa olaanaa kutaa bulchiinsa lideeta kan turan obbo Sa'id Alii irraa deebii argachuuf yaliin taasifne hin milkoofne.
Forum