FINFINNEE —
Dhaabbileen siyaasaa Oromoo garaagarumaa jiddu isaani jiru dhiphisuun dantaa ummata isaanitiif akka wal ta'an waamichi dhihaate.
Dhaabani OMN Marii guyyaa kalessaa Finffifetti qophesseen mata duree " Haaroomsa eegalame itti fufsiisuus gaheen paartilee siyaasaa oromoo maal ta'uu qaba jechuun mariisisee jira.
Muktaar Jamaal dabalata qaba