WAASHINGITAN, DIISII —
Marii biyyooleessaa Itiyoophiyaa keessatti gaggeessuf karoorfamaa jiru kan ilaaleen Dr. Alamuu Simee, misnisteera Qindeessaa giddu gala ijaarsa sirna Deemookraasii, akkasuma Dr. Isqeel Gabbisaa Yunivarsitii Keetriin isa Michiigaan keessaaf barsiisaa akkasumas rogeessa siyaasaa waliin marii gaggeeffame Caqasaa.