WAASHINGITAN, DIISII —
Biyya Ugaandaa, kutaa Yumbee, mooraa qubata baqattootaa Bidibidi jedhamu keessa baqattoota jiran akka dhibee Kooviid 19n hin qabamnee fi haalli amma itti jiran akka itti fufu hoggantoonii baqattootaa boqonnaa malee hojjechaa jiru, jedhama.
Gabaasa guutuu caqasaa.