Dhimma mirga namoomaa Itiyoophiyaa ilaalchisee torban darbe biyyotan wal gahii tasisanii qaama dhimmichaa qoratu hundeesuuf murteesaniiru. Itiyoophiyaan gama isheetiin murticha hin fudhadhuu jetteetti. Maanii wantii itti aanu? Seerrii adduunyaa Itiyoophiyaa dirqisiisu jiraa?
Gaafii fi deebii Gabaasan VOA Habtaamu Suyyum Doktoor Adam Kaasee waliin taasise dhimma kana irratti Xiyyeefata. Gaafiwan ijoo ta’an fudhachuudhaan qophiin itti aanu qinda’eera.