FINFINNEE —
Itiyoophiyaan qonnaa Kuduraa fi Fuduraa qabaattus bu’aalee Oomisha isaanii biyya alaarraa galchiti. Akka Fakkeenyaattis bu’aawwan oomisha Paappayyaa fi Avokaadoo kaasuun ni danda’ama.
Gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu Godina Shawaa Bahaa , Aanaa Dugdaatti argamuun qonnaan bultoota qonna paappayyaa fi Avokaadoo irratti bobba’anii jiran waliin turtii taasiseera akka itti aaanuutti dhayaata.