ADAAMAA —
Ehama Mootummaatii ala filannoon Tigiraayitti geggeessame deemsaDimokraasii Itiyoophiyaa fi ijaarsa biyyaalessaa irratti dhiimma maal fida, balaa moo abdii egereef kennu qaba? Gabaasaan VOA, Muktaar Jamaal, dhimma kana irratti jiraattota magaalaa Adamaa keessaa namoota haga tokko dubbisee waan nuuf erge qaba. Caqasaa.