Xurree ittiin seenan

Oromiyaa Keessatti Miidhaan Dubartota Irratti Raawwatamu Akka Dhaabbatu Dhaabbatoonni Mirga Shamarranii fi Daa’immaniif Falman Gaafatan
Breaking News

please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 5:28 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

Naannoo Oromiyaatti sababa walitti bu’iinsaa fi kanneen biroon miidhaan dubartootaa fi daa’imman irra gahaa jira jedhame ammas yaaddessaa ta’uu jaarmayaaleen mirga daa’immani fi shamarraniif dhaabbatan himan. Tuutni garee jaarmayaalee mirga dubartootaaf falmanii fi dubartootaan durfamu kaleessa magaalaa finfinneetti waamicha dhiyeessaniin gudeeddii fi ajjeecha dabalatee miidhaan dubartootarra gaha jedhan akka dhabatu qaamolee hidhannoon Oromiyaa keessa socho’anii fi mootummaas gaafatanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:59 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG