WAASHINGITAN, DIISII —
Pireezdaantiin Yuunaaytis Isteets Doonaald Traamp miidiyaadhan “diina uummataa” jechuu erga jalqabanii bubbulaaniiru.
“Presin dhukkuba guddaa qaba, hamaa dhaa, waraana kaasisuullee mala” yeroon itti jedhanis jira, Traamp.
Miidiyaaleen arabnii, abaarsii fi maqaa baleessan pirezdaatn Traamp baayyate jedhan gocha isaanii kana fundura dhaabbachudhaa gamtaadhan hojiitti seenaniiru.