Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantii Ameerikaa 44ffaan, Baraak Obaamaan Bara Pireezdantummaa Isaanii Xumuraa Jiran


Prezidaantii Baraak Obaamaa
Prezidaantii Baraak Obaamaa

Prezidaantii Ameerikaa isaan 44ffaa kan ta'an Baraak Obaamaan torbanneen gidduutti aangoosanii gad lakkisuuf deemu. Obaaman dhimmoota gugguddo rawwaachuun biyyaaf alaa dinqisifannaafi fudhataama guddaa gonfaataniiru. Gama biraatiin namni isaan dhaaluuf jiraan Donald Trump hojiwwaan president Obama haga tokkoo haquuf akka jiraan ibsa turan.

Obamaan Hariiroo Amerikaan biyyoota akka kuubaafa waliin waggota dheeraaf addaan cite ture haromsuunis seenaa hojjetaniiru.

Gabaasa guutuun kinooti

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:59 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG