Mootummaan Siiriyaa inni Baashaar al-Asaadiin dursamu kufuu isaa hordofuudhaan Prezidaantin US Joo Baayideni fi kan Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetisiif filataman Doonaald Traamp Dilbata kaleessaa mata mataa isaaniin ibsa kennaniiru.
Yunaaytid Isteets fedhii ishee kutaa walakeessa bahaa keessatti qabduf jecha, fuul dureen Siiriyaa maala ta’uu danda? Waan jedhu irratti waan adeemaa jiru dhiheenyatti hordofaa jirtti. Dhimma kan irratti gabdaasin Veeronikaa Baaldaraas masaraa Waayit Haawus irraa qopheessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Forum