WAASHINGITAN, DIISII —
Ajaja manni murti dabarseen mana isaa dabalatee qabeenyaa taphataa kubbaa milaa Beekama Diyeegoo maradoonaa sadarkaa adduunyaa irratti dilbata kaleessaa caalbaasidhaaf dhihaatee ture.
Haa ta’u malee akka tilmaamametti gurguramuu hindandeenye.