NAAYROOBII —
Jalqaba torbee kanaa kaasee buufata baqataa Keeniyaattia argamu Kaakumaa keessatti rakkoo nageenyaa mudateen baqattootarra balaan dhaqqabuu himan; balaa kanaan lubbuun baqataa tokkoo darbuu baqattootni Oromoo Kaakumaa Jiraatan VOA’f himanii jiru.
UNHCR rakkoon jiraachuu dhugaa tahuu hime amma Poolisiin Keeniyaa waan kana tasgabbeesseera jedhe.