As Yunaayitid Isteetis kutaa Minesootaa keessatti dhaabbati hundeeffame fi shamarran biyya keessaa barnoota irratti gargaaruutti xiyyeeffate kan Riil Girls (REAL Girls) jedhamu, eega hundeeffamee waggoota digdama dabrsee jira. Haga ammaatti shamarran 600 fi maatilee 3000 naannoo Oromiyaa, haandaara magaalaa Finfinnee fi Hosaa'inaa keessatti gargaaree jira, dhaabbatni kun. Hundeessituu fi itti gaafatamtuu dhaabbatichaa Aadde Tsahaay Waadaajoo, akkasumas shamarran dhaabbaticha irraa deggersa argatan dubbisuuun, Jaallannee Gammadaa, qophii dubartootaa “YEROO KIYYAA’ jedhuuf waan qindeessite qabna.
RIIL GERLIS: Dhaabbata Waggoota Digdamaaf Shamarranii fi Maatiiwwan Gargaaraa Jiru
- Jaallannee Gammadaa
Forum