Xurree ittiin seenan

Breaking News

Riphxee-Loltoonni Koongoo M 23 Jedhaman Gara  Magaalaa  Kinshaasaatti Imalaa Jiraachun Gabaasame 


Riphxee-Loltoonni Koongoo M 23 Jedhaman Gara  Magaalaa  Kinshaasaatti Imalaa Jiraachun Gabaasame 
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 2:19 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

Rippaabilikii Dimookiraatawa Koongoo gama Bahaa keessatti gareen riphxee-loltootaa tibbana magaaalaa Baha biyyattiitti argamtu Goomaa dhuunfate kan M23 jedhamee beekamuu haleellaa itti fufuun gar agama Kibbaa gara Kinshaasaatti akka adeemaa jiru gabaasameera.

Gareen mootummaa Ruwaandaatiin deggeramu garee M 23 jedhamu magaalaa Goomaa harka caala ergaa eega dhuunfatee boodaa Jimaata har’aa halleelaa isaa itti fufuudhaan gara magaala Kavumu bakka buufanni xiyyaara waraanaa mootummaa argamutti dhihaachaa jiraachuu isaa jiraattoota wabeefachuudhaan maddi oduu AFP gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p

No media source currently available

0:00 29:58 0:00
  • Auto
  • 240p
  • 360p
  • 480p
  • 720p
  • 1080p
More
XS
SM
MD
LG