Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Taayyee Danda’aa: Meeshaan Waraanaa Mootummaan Quba Hin Qabne Nabira Hin Turre


Obbo Taayyee Danda’aa: Meeshaan Waraanaa Mootummaan Quba Hin Qabne Nabira Hin Turre
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:10 0:00

Obbo Taayyaa Danda’aa Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Lidetaatti harra dhiyaatanii jiran. Beellama harraatiin Obbo Taayyeen himata meeshaa seeraan alaa isaanirratti dhiyaate akka raga ittisaa dhiyeeffataniif harra mana murteef kan dhiyaatan yoo ta’u yoo deebii kennanis, ‘meeshaan waraaanaa isaan bira kan ture ta’uu durumaanuu amanuu fi garuummoo meeshaan waraanaa kan mootummaan quba hin qabne na bira hin jiru kanaaf himatamuu hin qabu jechaan’ dubbatan. Obbo Taayyeen himata sarbamiinsa mirga namoomaa narra dhaqqabe jedhanillee himatanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG