WASHINGTON, DC —
Godina Teeksaas magaala daalaasitti namoonni dhokatanii qawwee namatti dhukaasan (snipers) poolisii shan ajjeesani bayyee immoo madeessaniiru.
Torban kana keessa lammiwwan Ameerikaa gurraachi lama poolisiidhan ajjeefamuu balaaleeffachuu dha hiriirri nagahaa magalichatti godhame akkuma xumurameen namoonni kun han poolisiitti dhukaasuu jalqaban.